Siifii Milkaa'ina Jidduu Ogummaa tokkotu jira

Ogummaa Teknooloojii Afaan Keessaniin Baradhaa

  • Ogummaa Hojii Si Qabsiisu Baradhu.
  • Ragaa Idil-Addunyaa Argadhu.
  • Jireenya Gaarii Jiraadhu.
Student learning online

Koorsota Bebbeekamoo

Koorsota Keenya Bebbeekamoo

Category

No courses found in this category.

Our Instructors

Meet Our Expert Instructors

Jijjiiramaaf qophiidhaa?

Barattoota Keenyatti Dabalamun...

Barataa teeknolojii hara'aa, Abbaa Kalaqaa fi teeknolojii boruu tahuuf imala barnootaa amma eegali.

Amma Jalqabi →

Waa'ee Keenya Baraa

Koorsilee Onlaayinaa Fudhachuun Dandeettii Keessa Kee Jiru Bani.

Marsariitiin Keenya Koorsilee Teeknolojii yeroo ammaa afaan keetiin siif kennuuf kan qophaa'eedha. ⁠Kutaa barnootaa adda addaa kan barsiisota beekamoo fi muuxannoo qaban irraa qophaa’an siif dhiyeessina. akka dandeettii fi carraa hojii haaraa argattuf.

Students collaborating on a laptop
4+Years Experience
Another group of students discussing
Students collaborating on a laptop
4+Years Experience
Another group of students discussing

Fuuldura kee Ogummaa Teeknolojiin siif milkeessina.

Barnoota Qulqullina qabuu fi yeroma sitti toletti iddoma jirtu irraa yeroma sitti mijatetti barachuu dandeessu siif qopheessinee jirra, ogeessota ogummaa gahaa qabaniin Barnoota kanneen barannaan hojii onlaayinaaf iddoma jirturraa akka hojjachuu dandeessu karaa siif saaqna.

  • Yeroo feetetti- bakkuma jirtu irraa - saffisa siif mijataa taheen baradhu.
  • Koorsiidhan teeknolojii adda addaa kan feete filadhuu eegali.
  • Ogeessota dandeettii gahaa qaban irraa baratta.
  • Ogummaa addunyaa kam waliinuu si hojjachiisuu dandahu baradhu.
  • Xumura koorsii filattee irratti ragaa(sartafikeetii) addunyaa kam irrattuu fudhatama qabu fudhadhu.

Sagantaa Affileetii keenyatti makami

Beekumsa Tamsaasuun Maallaqa Argadhu

Barattoota gama YoursTech Academytti affeeruun maallaqa koomishinaa guddaa argadhu, Liinkii dhuunfaa kee asirraa argatuun erga liinkicha raabsitee booda tokkoon tokkoo barattoota gama keetiin dhufanii irratti kaffaltii argadhu.

Dabalataan baruun Join godhi

Our News & Blogs

Latest Articles & Insights

Our Addresses

United State, 2209 Trickling Creek Drive

USA: +1 214 542 9077

Email: Info@yourstech.academy

Egypt, Cairo

Egy: +201505724550

Email: Info@yourstech.academy

Ethiopia, Addis Ababa

Ethio: +251 96 248 9700

Email: Info@yourstech.academy

© 2026 YoursTech Academy LLC - All Rights reserved.